Itti fayyadama fi qabiinsa ragaa fayyaa ammayyaa hojii irra oolchuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Bitootessa 18, 2015 (FBC) – Itti fayyadama fi qabiinsa ragaa fayyaa ammayyaa hojii irra oolchuuf sadarkaa biyyaaleessaatti hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksise.…