Kooriyaan Kaabaa yaalii Diroonii bishaan keessaa niwukilara baachuu dandeessuu taasiste
Finfinnee, Bitootessa 15, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Kooriyaa Kaabaa Kiim Joong Uun yaalii diroonii bishaan keessaa niwukilara baachuu dandeessuu taasisuu miidiyaan biyyattii gabaaseera.…