Hanga Bara 2030tti dhibee Sombaa balleessuuf murannoon hojjetamaa jira – Dooktar Liyaa Taaddasaa
Finfinnee, Bitootessa 13, 2015 (FBC) – Mootummaan hanga Bara 2030tti dhibee Sombaa balleessuuf murannoon hojjechaa jiraachuu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan ibsaniiru.…