Oduu biyya keessaa Biyya badhaatuu qabna-MM Abiy Ahimad Ayana Dheressa Mar 20, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2015(FBC)- Biyya badhaatuu qabna jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad. Ija keenya bannee yoo hojjennee iddoolee hedduu addunyaa hawwachuu danda’an…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti addaan ciccituun elektirikii mudate sararoota galteerra rakkoo mudateeni jedhame Debela Tadesse Mar 20, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti torbanoota lamaan darbanitti addaan ciccituun humna elektirikii mudatee ture, haalaa qilleensaa mudateen sararoota galtee…
Fayyaa Dhaabbiilee fayyaa godina Jimmaaf deeggarsi meeshaalee Birrii miiliyoona 11 ol taasifame Ayana Dheressa Mar 20, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2015(FBC)- Dhaabbiilee fayyaa godina Jimmaaf deeggarsi meeshaalee wal’aansa fayyaa Birrii miiliyoona 11 olii taasifameera. Deeggarsichi Faawundeeshiinii…
Teeknooloojii Yuunivarsiitii Dambi Dollootti ammas Diroonii Haaraan kalaqame Ayana Dheressa Mar 20, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2015(FBC)- Barsiisaa Amaanu’eel Baalchaafi gareen isaa Yuunivarsiitii Dambi Doollootti ammas Diroonii haaraa kalaquu beeksisaniiru. Yaaliin balallii dirooniiwwan…
Oduu biyya keessaa Tuutni Gadaa Sabbaaqaa Tuuta Gadaa Dhiphisaatti Baallii/Alangee dabarse Debela Tadesse Mar 20, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2015 (FBC)- Sirni Walharkaa Fuudhiinsa Baallii Gadaa Oromoo Ituu, Humbannaa fi Afran Qalloo Marsaa 5ffaan Tuutni Sabbaaqaa Tuuta Dhippisaatti Baallii/Alangee…
Oduu biyya keessaa Oomishaaleen garaagaraa karaa seeraan alaa biyyaa bahuun qabeenya keenya nu dhabsiisaa jiru- Obbo… Ayana Dheressa Mar 20, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2015(FBC)- Oomishaaleen garaagaraa karaa seeraan alaa biyyaa bahuun qabeenya keenya nu dhabsiisaa jiru jedhan Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Walga’iin idilee 55ffaan Ministiroota Faayinaansii, pilaanii fi Misooma Dinagdee Koomishinii… Debela Tadesse Mar 20, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2015 (FBC)- Dhaabbataa Mootummoota Gamtoomaniitti walga’iin idilee 55ffaan Ministiroota Faayinaansii, Pilaanii fi Misooma Dinagdee, Komishinii Dinagdee Afrikaa…
Fayyaa DhFA meeshaalee wal’aansa balaa tasaa meetirik toonii 35 Naannoo Tigraayitti qoodaa jira Debela Tadesse Mar 20, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Fayya Addunyaa meeshaalee wal’aansa balaa tasaa meetirik toonii 35 dhaabbilee fayyaa Naannoo Tigraayitti argamaniif raabsaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Magaalichi sangoota 22 barattoota M/B Bultii Addaa WMOtiif deeggarsa taasise Sifen Megersa Mar 20, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa11, 2015 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Jimmaa barattoota Mana Barumsaa Bultii Addaa Waldaa Misoomaa Oromiyaa Bishooftuutti argamaniif Sangoota 22 Birrii miiliyoona 1.1n…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 177 olitti tilmaamamu to’atame Debela Tadesse Mar 20, 2023 0 Finfinnee, Bitooteessa 11, 2015 (FBC)-Meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 177 olitti tilmaamamu to'atamuu Komishiniin Gumurukaa beeksise. Komishinichi akka beeksisetti…