Nyaanni madaalawaan lammiilee balaaf saaxilamaniif dhiyaatu dabaluun barbaachisaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 9, 2015 (FBC)- Lammiilee balaa uumamaa fi namtolcheef saaxilaamaniif deeggarsi nyaataa madaalawaa dhiyaatu dabaluun murteessa ta’uu Koomishiniin Hoggansa Sodaa Balaa…