Jarman Ityoophiyaa waliin dhimmoota garaagaraarratti walta’iinsa Ityoophiyaa waliin qabdu cimsitee…
Finfinnee, Caamsaa 30, 2015 (FBC)- Ministir Deetaan Ministeera Haqaa Alamantee Aggidawu Ministiraa Walta’iinsaa Diingdee fi Misoomaa Jarman Yo’akiin Filaasbaarzi waliin mari’ataniiru.…