Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach dureewwan amantaalee waliin mari’atan Sifen Megersa Jun 8, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen dureewwan amantaalee hundaa fi hoggantoota Gumii Dhaabbilee amantaa waliin mari'ataniiru. Aadde…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Alaa Ameerikaa waliin mari’atan Sifen Megersa Jun 8, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC) –Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkan waliin mari’ataniiru.…
Biiznasii Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Oromiyaa abbootii qabeenyaa waliin hojjechuuf… Sifen Megersa Jun 8, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC) – Korporeeshiniin Misooma Paarkiin Indaastrii Oromiyaa Abbootii qabeenyaa biyya keessaa waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesseera. Kaayyoon walii…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa wixinee Baajataa mootummaa federaalaa dhiyaaterratti mari’achuun koree dhaabbiif… Sifen Megersa Jun 8, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa wixinee baajataa mootummaa Federaalaa bara 2016 Birrii biiliyoona 801.6 ta’uun dhiyaaterratti mari’achuun gamaaggama…
Biiznasii Meeshaleen kontirobaandii Birri miiliyoona 95 olitti tilmaamau to’atame Debela Tadesse Jun 8, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC)- Meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 95 olitti tilmaamamuu konkolaataa waliin to’achuu Poolisiin Federaalaa beeksise. Meeshaaleen kunneen…
Oduu biyya keessaa Dhimmoota Amantaa mariin furuuf waliigalamuu Gumiin Dhaabbilee Amantaa Oromiyaa beeksise Debela Tadesse Jun 8, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC)- Rakkoolee dhimma amantaan walqabatanii ka’an mariin furuuf Mootummaa Naannoo Oromiyaa waliin waliigalteerra ga’amuu Gumiin Dhaabbilee Amantaa Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Namoota yakka shororkeessummaan shakkaman 24 irratti himanni baname Sifen Megersa Jun 8, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC) – Namoota yakka shororkeessummaan shakkamuun Komishiniin Poolisii Federaalaa dameen qorannooo yakka shororkeessummaa qorannoo irratti gaggeessaa ture 24…
Oduu biyya keessaa Ameerikaan Ittisaa fi To’annoo HIV/Eedisiif kan oolu Doolaara miiliyoona 112 Ityoophiyaaf deeggarsa… Sifen Megersa Jun 8, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC) – Ameerikaan Ittisaa fi To’annoo tatamsa’ina HIV/Eedisiif kan oolu deeggarsa dabalataa Doolaara miiliyoona 112 Ityoophiyaaf taasiifte. Deeggarsicha…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Yaa’ii Ministirootaa Qindoomina Idil Addunyaa irratti hirmaachaa jiru Debela Tadesse Jun 8, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin, garee shororkeessaa ISIS ittisuuf kan hundaa’e Yaa’ii Ministirootaa…
Oduu biyya keessaa Waggoottan darban Guddinni diinagdee Ityoophiyaa %6.1 galmaa’eera-Obbo Ahimad Shidee Debela Tadesse Jun 8, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC)- Waggoottan darban Guddinni diinagdee Ityoophiyaa giddugaleessaan %6.1 galmaa’uu Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen ibsan. Manni Maree…