Biiznasii Gatiin gurgurtaa boba’aa haala jiruun itti fufa jedhame Ayana Dheressa Mar 7, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2015(FBC)- Boba’aa xiyyaaraarraan kan hafe gatiin gurgurtaa qinxaabooboba’aa haala amma jiruun kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa…
Oduu biyya keessaa Mariin invastimantii Abbootii qabeenyaa Paakistaanii fi Magaalaa Shaggar gaggeeffame Ayana Dheressa Mar 7, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2015 (FBC)-Waltajjiin Mariin invastimantii Abbootii qabeenyaa Paakistaanii fi Magaalaa Shaggar gaggeeffameera. Maricharratti Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Godaantota kuma 100 Somaaliyaarraa Ityoophiyaa seenaniif deeggarsi dhihaachaa jira-Ejensii… Debela Tadesse Mar 7, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2015 (FBC)- Godaantota kuma 100 sababa walitti bu’iinsaan Somaaliyaarraa buqqa’uun gara Ityoophiyaa seenaniif deeggarsi dhihaachaa jiraachuu Ejensiin Godaantotaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Kuweet hariiroo poolisummaa cimsuuf waliigalan Debela Tadesse Mar 7, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa fi Kuweet hariiroo poolisummaa cimsuuf waliigalaniiru. Komishinarri Jeneraalaa Koomishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash…
Oduu biyya keessaa Chaayinaan barattoota Ityoophiyaa 100 oliif carraa barnoota bilisaa laatte Ayana Dheressa Mar 7, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2015(FBC)- Chaayinaan barattoota Ityoophiyaa 100 oliif carraa barnoota bilisaa kennuu ibsame. Carraan barnootaa kenname kun qaama “Chaayinaa- Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin bulchiinsa Interneetii Idil Addunyaa bu’uuraalee misoomaa Interneetiirratti xiyyeeffachuu… Debela Tadesse Mar 7, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2015 (FBC)- Jaappaanitti kan gaggeeffamu yaa’iin 18ffaan Bulchiinsa Interneetii Idil Addunyaa bu’uuraalee misoomaa Interneetiirratti xiyyeeffachuu akka qabu…
Oduu biyya keessaa Hojiileen nageenyaa fi haqaa hojjetaman misooma naannichaa kan ariifachiisan ta’uu qabu-Obbo… Debela Tadesse Mar 7, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2015 (FBC)- Hojiileen nageenyaa waaraa fi haqaa mirkaneessuuf hojjataman hojiilee misooma naannichaa daran ariifachiisuuf hojjetaman ta'uu akka qaban Ittaanaan…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni Daldalaa Qarcaanshee fi Yuunivarsiitiin Waraabee hawaasa Booranaaf deeggarsa taasisan Ayana Dheressa Mar 7, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2015(FBC)- Dhaabbanni Daldalaa Qarcaanshee fi Yuunivarsiitiin Waraabee hawaasa Booranaa hongeen miidhameef deeggarsa taasisan. Dhaabbanni Daldalaa Qarcaansheen…
Oduu biyya keessaa Dooktar Injinar Habtamuu Ittafaan Duraa Taa’aa Garee Inarjii Idil Addunyaa Chaayinaa waliin… Ayana Dheressa Mar 7, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injinar Habtamuu Ittafaan Duraa Taa’aa Garee Inarjii Idil Addunyaa Chaayinaa Luu Ziyaang waliin…
Oduu biyya keessaa Manni Maree naannichaa yaa’ii idilee 15ffaa isaa labsiifi muudama garaagaraa raggaasisuun xumure Ayana Dheressa Mar 7, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2015(FBC)- Manni Maree Beenishaangul Gumuz yaa’ii idilee 15ffaa isaa labsiifi muudama garaagaraa raggaasisuun xumure. Manni marichaa wixinee labsii fooyya’iinsa…