Oduu biyya keessaa Manni marichaa Yaa’ii idilee gaggeessuu eegale Sifen Megersa Mar 8, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC) - Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii idilee 4ffaa bara hojii 2ffaa gaggeesuu eegaleera. Yaa’iichaarratti raawwiin hojii baatiiwwan jahan darbanii…
Oduu biyya keessaa Guyyaan dubartootaa waggaatti guyyaa tokkoo qofa osoo hin taane hojii guyyoota 365 ta’uu qaba… Sifen Megersa Mar 8, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC) - Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen guyyaa dubartootaa 47ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Dubartoonni Ityoophiyaa fi…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Giddugala Bulchiinsa Hojjettoota Naannawaa Afrikaa eegale Debela Tadesse Mar 8, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC)- Yaa’iin 49ffaan Giddugala Bulchiinsa Hojjettoota Naannawaa Afrikaa bakka ministiroonni biyyoota miseensotaa argamanitti Finfinneetti gaggeeffamuu…
Oduu biyya keessaa Godaantonni Ityoophiyaa 66 Jibuutirraagaraa biyyaatti deebi’uun ibsame Debela Tadesse Mar 8, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC)- Godaantonni Ityoophiyaa 66 Jibuutirraa gara biyyaatti deebi’uun Jibuutiitti Embaasiin Ityoophiyaa beeksise. Embaasichii Mootummaa Jibuutii waliin…
Oduu biyya keessaa Jilli ministirootaa hongee Booranaatti mudatee fi hojiilee dandammii hojjatamaan daawwate Debela Tadesse Mar 8, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC)- Jilli ministirootaa Godina Booranaatti ongee mudate hojiilee dandammii hojjatamaa jiru daawwataniiru. Daawwannicharratti Ministirri Magaalaa fi…
Oduu biyya keessaa Miseensa Buusaa Gonofaa ta’uun dhaabbata guddicha Baha Afrikaa akka tahu hojjechuu qabna-Pir.… Debela Tadesse Mar 8, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC)- Miseensa Buusaa Gonofaa ta'uun dhaabbata guddicha Baha Afrikaa akka tahu hojjechuu qabna jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa Dhaabbilee Raashiyaa Paarkiiwwaan Indaastiriitti hojjechuuf fedhii qabaachuu ibsan Debela Tadesse Mar 8, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC)- Bakka bu’oonni dhaabbilee Raashiyaa Paarkiiwwaan Indaastirii dawwaachuun, paarkiwwaan kanneen keessatti hojjechuu akka barbadaan ibsaniiru. Bakka…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Ityoophiyaa fi Rippaabilikiin Cheek walta’iinsa gam-lameeniirratti mari’atan Debela Tadesse Mar 8, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC)- Mootummaan Ityoophiyaa fi Rippaabilikiin Cheek gidduutti hammattoo walta’iinsa damee qonnaa fi bishaanii haaraa jijjiirama qabeenya qilleensaa kan…
Oduu biyya keessaa Oromiyaan qabeenya Aadaa fi Tuurizimii Argisiisa Daldalaa fi Turizimii Addunyaarratti beeksiste Debela Tadesse Mar 8, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC)- Qabeenyi Aadaa fi tuuriizimii Naannoo Oromiyaa waltajjii Argisiisa Daldalaa fi Turizimii Addunyaa Jarman Barliinitti gaggeeffamaa jirurratti dhiyaate.…
Oduu biyya keessaa Ityoo Teelekoom Hojjettoota Qulqullina Magaalaa Finfinnee dubartoota 353 bilbilaa ammayyaa badhaase Sifen Megersa Mar 8, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2015 (FBC) -Ityoo Teelekoom Hojjettoota Qulqullina Magaalaa Finfinnee dubartoota 353 bilbilaa ammayyaa badhaaseera. Badhaasichi guyyaa dubartoota Idil Addunyaa…