Naannawaa hongeen mudatteetti midhaan kuntaalli miiliyoona 2.1dhiyaateera-Buusaa Gonofaa
Finfinnee, Guraandhala 18, 2015 (FBC)-Naannawaa hongeen mudatteetti midhaan kuntaallaa miiliyoona 2.1 hanga torbaan darbeettii dhiyaachuu Buusaa Gonofaa Oromiyaa ibse.
Hogganaan Buusaa…