Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Wiiliyaam Ruutoo waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 1, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo waliin mari’ataniiru. Hoggantoonni lameen waltajjii Naannawaa Baha…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Duula Al-Shabaab naannawaa Baha Afrikaarraa balleessuu cimsuuf waltajjii… Sifen Megersa Feb 1, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Duula Al-Shabaab naannawaa Baha Afrikaarraa balleessuu cimsuuf waltajjii magaalaa Moqaadishootti gaggeeffamaa…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Awwaluun durfamu Godina Wallagga Bahaatti oomisha qamadii bonee daawwate Ayana Dheressa Feb 1, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2015(FBC)- Jilli Ittaanaa Pireezidaantii naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Godina Wallagga Bahaa aanaa Leeqaa Dullachaatti oomisha qamadii bonee daawwate.…
Oduu biyya keessaa Hojiin Dallaa Juugal eeguufi kunuunsuu cimee itti fufa- Obbo Oordiin Badrii Ayana Dheressa Feb 1, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2015(FBC)- Hojiin Dallaa Juugal eeguufi kunuunsuu cimee kan itti fufu ta’uu Pireezidaantiin naannoo Hararii Obbo Oordiin Badriin ibsan. Obbo Oordiin Badriin…
Oduu biyya keessaa Naannoo Horsiisee Bulaatti waggoottan afran darbaniif roobuu dhabuu isaan hawaasni rakkoo hamaaf… Sifen Megersa Feb 1, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2015 (FBC) – Naannoo Horsiisee Bulaatti waggoottan afran darbaniif roobuu dhabuu isaan hawaasni rakkoo hamaaf saaxilamuu Biiroon Misooma Jallisii fi Horsiisee Bulaa…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Loltoota Ityoophiyaa Al Shabaab waraanaa jiran waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 1, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Loltoota Ityoophiyaa Al Shabaab waraanaa jiran waliin mari’ataniiru. Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Somaaliyaa magaalaa Moqaadishoo galan Sifen Megersa Feb 1, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Waltajjii Naannawaa Baha Afrikaa Somaaliyatti gaggeeffamurratti hirmaachuuf magaalaa Moqaadishoo galaniiru.…
Idil Addunyaa IGAD naannawichatti balaa qolachuun gahee olaanaa ba’ateera-Dooktar Warqinaa Gabayyoo Ayana Dheressa Feb 1, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2015(FBC)- Mootummoonni Misooma Baha Afrikaa( IGAD) balaa nam-tolcheefi uumamaa naannawichatti uumame qolachuun gahee olaanaa ba’achuu Barreessaa Olaanaan…
Oduu biyya keessaa IGAD Gargaartuu Komishinaraa Daraartuu Tulluuf beekamtii kenne Ayana Dheressa Feb 1, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2015(FBC)- Mootummoonni Misooma Baha Afrikaa( IGAD) Gargaartuu Komishinaraa Daraartuu Tulluun nageenyaaf sagalee ta’uun gahee ba’atteef beekamtii kenneera. IGAD…
Oduu biyya keessaa Magaalli Shaggar kan hundaa’e fedhii fi gaaffii uummata Oromoo deebisuufi – Dooktar… Sifen Megersa Feb 1, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2015 (FBC) – Magaalli Shaggar kan hundaa'e fedhii fi gaaffii uummata Oromoo deebisuuf ta’uu Kantiibaan Magaalichaa Dooktar Tashoomaa Addunyaa himan. Jilli Sadarkaa…