Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Iid Alfaaxir sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)-Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Iid Alfaaxir 1444ffaa sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsaniiru.
Aadde Adaanech gama…