Ityoophiyaanonni buqqaatota Naannoo Amaaraatti argaman akka deeggaran waamichi dhiyaate
Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- Koomishiniin Ittisaa Balaa fi Wabii Nyaataa Naannoo Amaaraa lakkoofsi buqqaatota naannichaa dabalaa waan jiruuf Ityoophiyaanonni deeggarsa akka taasisan…