Oduu biyya keessaa Shariikummaa gadadoo keessaa ba’uuf imala Shikkirrii Ayana Dheressa Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Aadde Elemaa Bulee Jiraattuu Godina Booranaa Aanaa Yaaballoo ganda Diida Yaabaalloo yoo taatu maqaa masoo Shikkirrii jedhamuun beekamti. Aadde Elemaan…
Idil Addunyaa Qaala’iinsa gatii idil addunyaa dandamachiisuuf furmaata bu’uura barbaachisa jedhame Ayana Dheressa Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Qaala’iinsa gatii idil addunyaa dandamachiisuufi guddina itti fufsiisuuf furmaanni bu’uura kan barbaachisu ta’uu hogganaan Dhaabbata Daldalaa Addunyaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’ichi Ityoophiyaan eejjennoo ishee kan itti hubachiisteedha-Ministeera Dhimma Alaa Debela Tadesse Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC) – Yaa’ii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 77ffaarratti Ityoophiyaan dhimma Hidhaa Guddicha Haaromsa fi waraanaa kutaa Kaabaa biyyattirratti eejjennoo…
Oduu biyya keessaa Sagantaan hundeeffama Waldaa Qorannoo Oromoo Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Sagantaan hundeeffama Waldaa Qorannoo Oromoo Magaalaa Finfinnee Hoteela Ililliitti gaggeeffamaa jira. Jala bultii Ayyaana Irreechaa irratti hayyoonni…
Oduu biyya keessaa Bakki irreeffannaa Doloolloo Buddeenaa qulqulleeffame Debela Tadesse Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC) – Finfinneetti bakka irreeffannaa Doloollo Buddeenaa jaarsolii biyyaa, namoota bebbeekamoo fi jiraattota waliin ta’uun qulqulleessuu Kantiibaan Magaala…
Biiznasii Gurgurtaa qinxaaboo boba’aarratti sirreeffamni taasifame Debela Tadesse Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2015 (FBC) - Gurgurtaa qinxaaboo boba'aarratti sirreeffama taasisuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsi Naannawaa beeksise. Haaluma kanaan Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Ada’aa Bargaatti balaa konkolaataan lubbuun namoota 15 darbe Debela Tadesse Sep 28, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2015 (FBC) –Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ada'aa Bargaatti balaa konkolaataa guyyaa har'aa sa'aatti 6:30tti muudateen lubbuun namoota 15 darbuu Waajjira Poolisii Aanaa…
Oduu biyya keessaa Irreechi duudhaa isaan akka kabajamu Bulchiinsi magaalichaa qophii taasisaa jira-BATF Debela Tadesse Sep 28, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2015 (FBC) – Irreechi duudhaa isaa eeggatee bifa hawwataan akka kabajamu Bulchiinsi Magaalaa Finfnnee qophii barbaachisaa taasisaa jiraachuu Biiroon Aadaa fi…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti Embaasiin Raashiyaa boqochuu Maadiingoon gadda itti dhaga’ame ibse Debela Tadesse Sep 28, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2015 (FBC) – Ityoophiyaatti Embaasiin Raashiyaa boqochuu Artisti Maadiingoo Afawarqiin gadda itti dhaga’ame ibseera. Ityoophiyaatti Ambaasaddarri Raashiyaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan ijoollee ishee yaada rakkoolee furan qabaniin guddina ishee itti fufsisti-Aadde… Debela Tadesse Sep 28, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan ijoollee ishee yaada rakkoolee furan qabaniin guddina ishee itti fufsisti jechuun Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufaariyaat…