Murannoon Ityoophiyaan waliigaltee nageenyaa hojiitti hiikuuf agarsiifte dinqisiifatame
Finfinnee, Bitootessa 14, 2015 (FBC) –Murannoon Ityoophiyaan waliigaltee nageenyaa hojiitti hiikuuf agarsiifte Yaa'ii Mirga Namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniin dinqisiifatameera.…