Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad godina Guraagee galan Ayana Dheressa Mar 25, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad godina Guraagee galaniiru. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimadiifi hoggantoonni olaanoon mootummaa hawaasa godinichaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Somaaleetti piroojektoonni dandamannaa hongee fi horsiisa loonii ammayyeessu ifooman Sifen Megersa Mar 24, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC) – Naannoo Somaaleetti piroojektoonni dandamannaa hongee fi gabaa horsiisa loonii ammayyeessan Doolaara miiliyoona 161 ifoomaniiru. Piroojektoonni…
Ispoortii Baayern Muunik leenjisaa isaa gaggeesse Sifen Megersa Mar 24, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Jarman Baayern Muunik leenjisaa isaa Juuliyaan Neeglisimaan leenjisummaarraa gaggeessuu beeksise. Leenjisichi jijjiirama…
Oduu biyya keessaa Sirna fayyaa cimsuuf walitti hidhamiinsa tajaajila dhaabbilee fayyaa cimsuu barbaachisa jedhame Debela Tadesse Mar 24, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC)- Sirna fayyaa cimsuuf walitti hidhamiinsa tajaajila dhaabbilee fayyaa cimsuu akka barbaachisu Ministeerri Fayyaa beeksise. Sirna Fayyaa cimsuu fi…
Oduu biyya keessaa Afrikaa Bahaatti wabii nyaataa mirkaneessuuf Qabeenya Qurxummii faayidaarra oolchuuf hojjetamuu qaba… Sifen Megersa Mar 24, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC) –Afrikaa Bahaatti wabii nyaataa mirkaneessuuf Qabeenya Qurxummii faayidaarra oolchuuf qindoominaan hojjetamuu akka qabu Mootummoonni Misoomaa Baha…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Jimmaa hayyoota 5f sadarkaa Piroofeesarummaa guutuu laate Sifen Megersa Mar 24, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC) –Yuunivarsiitiin Jimmaa hayyoota 5f sadarkaa Piroofeesarummaa guutuu laachuu beeksise. Seeneetiin Yuunivasiitichi yaa'ii idilee 58ffaa gaggeesseen…
Oduu biyya keessaa Ganna dhufu balaa lolaan midhaan akka hingeenye hojjetamaa jiraachuun ibsame Debela Tadesse Mar 24, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC)- Komishiniin Hoggansaa Sodaa Balaa fi Ibiddaa waqtii Gannaa balaa lolaan miidhaan namarraa fi qabeenyaarra akka hingeenyeef xiyyeeffannaan hojjetamaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Afrikaa Bahaa fi Kibbaatti Itti Aantuu Pireezidaantii Baankii Addunyaa waliin… Debela Tadesse Mar 24, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC) –Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Afrikaa Bahaa fi Kibbaatti Itti Aantuu Pireezidaantii Baankii Addunyaa Viiktooriyaa Kiwaakiwaa…
Oduu biyya keessaa Shakkamtoonni karaa seeraan alaa meeshaalee waraanaa biyyoota ollaarraa galchuuf turan to’ataman Sifen Megersa Mar 24, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC) – Shakkamtoonni karaa seeraan alaa meeshaalee waraanaa biyyoota ollaarraa galchuuf yaalaa turan to’atamuu Poolisiin Federaalaa beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Shakkamaan Shiroo fi Barbaree keessa baala sammuu namaa hadoochu dhoksuun alaatti erguuf yaale… Debela Tadesse Mar 24, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC)- Shakkamaan Shiroo fi Barbaree keessa baala sammuu namaa hadoochu dhoksuun gara biyya alaatti erguuf yaalii taasise to’atamuu Poolisiin Magaalaa…