Oduu biyya keessaa Anniisaan hurka lafa jalaa Meeggaa Waattii 20 argamuu ibsame Debela Tadesse Sep 23, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)- Pirojektii Qotiisa Hurka Lafa Jalaa Alutoo Laangaanoon hanga ammaatti anniisaan hurkaa Meeggaa Waattii 20 argamuu ibsame. Humna Elektirikii…
Oduu biyya keessaa Ministiroonni Dubbartootaa ooyiruu qonnaa daawwataan Sifen Megersa Sep 23, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2015 (FBC) – Ministiroonni Dubbartootaa Godina Guraageetti ooyiruu qonnaa aanaa Soddoo daawwataaniiru. Dawwannicharraati Ministirri Ministeera Magaalaa fi…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Masqalaa fi Daamara irratti daballii gatiifi nageenya hordofuun barbachisaadha – Zhaanxiraar… Debela Tadesse Sep 23, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)- Ayyaana Masqalaa fi Daamara irraatti hawaasni daldalaa daballii gatii fi wantoota nageenyaaf shakkisiisoo ta’an hordoffii taasisuu akka qaba Itti Aanaan…
Oduu biyya keessaa Godinaaleen Oomoo Lixaafi Kafaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 38 ol taasisan Ayana Dheressa Sep 23, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2015 (FBC)- Naannoo Kibba Lixa Ityoophiyaatti godinaaleen Oomoo Lixaa fi Kafaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa maallaqaafi akaakuu Birrii miiliyoona 38 olitti…
Idil Addunyaa Addunyaarraa namoonni miiliyoonni 50 ol rakkoo beela hamaaf saaxilamuu ibsame Ayana Dheressa Sep 23, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2015 (FBC)- Addunyaarraa namoonni miiliyoonni 50 ol rakkoo beela hamaaf saaxilamuu Sagantaan Nyaata Addunyaa beeksise. Yeroo ammaa rakkichi mana lammiilee…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Turizimii addunyaa magaalaa Asoosaatti kabajama jira Sifen Megersa Sep 23, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2015 (FBC) – Guyyaan Turizimii Addunyaa sadarkaa biyyaalessaatti yeroo 35ffaaf mata dura” yaadama haaraa Tuuriziimiif “jedhuun magaalaa Asoosaatti kabajama jira.…
Oduu biyya keessaa Bara 2014 lammiilee miiliyoona 5’f bishaan dhugaatiin dhiyaateera-Ministeericha Debela Tadesse Sep 23, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)-Bara 2014tti lammiilee miiliyoon shaniif bishaan dhugaatii qulqulluun dhiyaachuu Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Habtaamuu Ittafaa ibsan.…
Oduu biyya keessaa Barattoota kutaa 12ffaa Yuunivarsiitii itti qoramanirraa fagoo ta’aniif baasiin geejjibaa ni… Ayana Dheressa Sep 23, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2015 (FBC)- Barattoota Kutaa 12ffaa Yuuniivarsiitii qormaata itti fudhatanirraa fageenya kiiloomeetira 50 ol imalaniif baasiin geejjibaa manneen barnootaafi aanoleen…
Oduu biyya keessaa Ityoo Teeleekoom Dameen Bahaa Mana Barumsa sadarkaa 2ffaa Odaa Bultumiif deeggarsa taasiise Sifen Megersa Sep 23, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2015 (FBC) – Ityoo Teeleekoom Dameen Bahaa Mana Barumsa sadarkaa 2ffaa Odaa Bultum meeshaalee barnootaa deeggare. Ityoo Teeleekoom Dameen Bahaa Godina Harargee…
Biiznasii Sibiiloonni ciccitoofi konkolaattonni taajajila alaa gurgurtaaf akka dhiyaatan murtaa’e Debela Tadesse Sep 23, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)-Sibiloonni ciccitoofi konkolaattoonni tajaajila hinkennine omishtoota sibiilaatti gurgurtaaf akka dhiyaatan mootummaan murtesse. Akka akaakuu…