Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 14 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an
Finfinnee, Mudde 7, 2015 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 14 har'a gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoota keessaa 924 dhiirota, 63…