Oduu biyya keessaa Faransaay tapha xumuraa Waancaa Addunyaaf dabarte Sifen Megersa Dec 14, 2022 0 Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC) – Tapha Walakkaa xumuraa galgala kana taphatameen Faransaay goolii 2 fi 0n Moorokoo injifachuuf tapha xumuraa Waancaa Addunyaa 22ffaaf dabarte. Dilbata…
Oduu biyya keessaa Dirree Dhawaatti sagantaan kafaltoota gibiraaf beekamti kennuu gaggeeffame Debela Tadesse Dec 14, 2022 0 Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaatti sagantaan kafaltoota gibiraa amanamoof beekamti kennuu gaggeeffameera. Sagantichis Abbaa Taayitaa Galiiwwan Bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Pireezidaantii Garee Baankii Addunyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Dec 14, 2022 0 Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Pireezidaantii Garee Baankii Addunyaa Deviid Malpas waliin mari’atiiniiru. Marii isaaniin hojilee fooyya’iinsa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanonni kuma 1 fi 23 gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Dec 14, 2022 0 Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC)- Lammilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti rakkoo keessatti argaman gara biyyaattii deebisuuf hojiilee marsaa sadiin gaggeeffameen lammiileen kumni 1 fi 23 gara…
Oduu biyya keessaa Baankichi lammiilee balaaf saaxilaamoof deeggarsa Doolara miiliyoona 745 ifoomse Debela Tadesse Dec 14, 2022 0 Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC)- Baankiin Addunyaa lammiilee balaaf saaxilaamoo fayyadamtoota taasisuuf deeggarsa Doolara miiliyoona 745 ifoomse. Boordiin Daayrektarootaa baankichaa…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Daayrektara Maaneejiingii IMF waliin mari’atan Debela Tadesse Dec 14, 2022 0 Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC)- Muummeen ministiraa FDRI Abiy Ahimad Daayrektara Maaneejiingii Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa (IMF) Kiristiilaa Joorjiyeevaa waliin mari’ataniiru. Muummeen…
Oduu biyya keessaa Yakka ajjeechaa fi miidhaa kan geessisan du’aa fi hidhaa umrii guutuun adabaman Debela Tadesse Dec 14, 2022 0 Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC)- Manni Murtii Olaanaa Godina Koonsoo boombiin yakka lammiilee nagaa ajjeessuu fi miidhaa geessissuun kan himataman du’aa fi hidhaa cimaa umrii guutuun adabe.…
Biiznasii Invastimantiin alaa akka cimuuf hojjetamaa jira-Kom. Lalisee Namee Debela Tadesse Dec 14, 2022 0 Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC)- Dhiibbaa weerara vaayiraasii Koronaa fi walitti bu’iinsa uumameen kan duubatti harkifate Invastimantii alaa cimsuuf hojjetamaa jiraachuu Komishinarri…
Oduu biyya keessaa Koreen ministirootaa hojiin deebisanii ijaaruu cimee itti fufuu ibsan Debela Tadesse Dec 14, 2022 0 Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC)- Naannolee waraanaan midhaman hojiin deebisanii ijaaruu cimee itti fufuu Koreen Ministirootaa beeksise. Korichi walga’ii har’a gaggeesseen hanga ammaatti…
Oduu biyya keessaa Sochiin paarkiiwwan indastirii laafee ture sadarkaa fooyya’aatti dhufaa jira-Koorporeeshinicha Debela Tadesse Dec 14, 2022 0 Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC)- Sochiin paarkiiwwan indastirii laafee ture sadarkaa fooyya’aatti dhufaa jiraachuu Koorporeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii ibse. Hoji Gaggeessaan…