Magaalaa Shaggaritti Siidaan Tufaa Munaa ni ijaarama – Pireezidaanti Shimallis
Finfinnee, Guraandhala 17, 2015 (FBC) – Hundeeffamuun Shaggar Injifannoowwan argamaan keessaa isa guddaa ta’uu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisan ibsan.…