Raashiyaan hariiroo damee Diijitaalaayizeeshinii Ityoophiyaa waliin qabdu cimsuu akka barbaaddu…
Finfinnee, Sadaasa 22, 2015 (FBC) – Raashiyaan hariiroo damee Diijitaalaayizeeshinii,nageenyaa Intarneetii fi Ogummaa Diijitaalaa Ityoophiyaa waliin qabdu cimsuu kan barbaaddu ta’uu ibsite.…