Boordiin Filannoo raawwii murtee ummataa Godinaa Walaayittaa irratti qorannoon dabalataa akka…
Finfinnee, Guraandhala 13, 2015 (FBC)- Godinaa Walaayittaatti seera qabeessummaa adeemsa raawwii murtee ummataa mirkaneessuuf haalonni rakkisoon uumamuurraan kan ka’e qorannoon dabalataan…