MM Abiy Ahimad hoggantoota biyyoota Afrikaa garaagaraa waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2015 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Yaa'ii Gamtaa Afrikaa 36ffaa cinaatti hoggantoota biyyoota Afrikaa garaagaraa waliin mari'ataniiru.
Haaluma…