Pireezidaanti Sahilawarqi miidhaa kirkiraa lafaa Sooriyaa fi Turkitti ga’een gadda itti dhaga’ame…
Finfinnee, Guraandhala 8, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen balaa kirkira lafaa Sooriyaa fi Turkiitti mudateen miidha ga’een gaddaa isaanitti dhaga’ame ibsaniiru.…