Dhaabbilee fayyaaf dhiyeessiin qorichaa %84 ga’uun ibsame
Finfinnee, Guraandhala 7, 2015 (FBC)- Dhaabbilee Faayyaa sadarkaan jiraniif dhiyeessiin qorichaa %84 ga’uun Ministeerri Fayyaa beeksise.
Ministeerichi gabaasaa raawwii baatiiwwan ja’an…