Ispoortii Seeneegaal 0 – 2 Neezarlaand Sifen Megersa Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Taphni Waancaa Addunyaa shaampiyoonaa Afrikaa Seeneegaalii fi Neezarlaandi gidduutti Istaadiyeemii Al Tumaamaatti taphatame olaantummaa Neezarlaadiin…
Biiznasii Naannoo Somaaleetti bara kana callaa kuntaalaa miiliyoona 28 walitti qabuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Naannoo Somaaleetti bara kana callaa kuntaalaa miiliyoona 28 walitti qabuuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera. Yeroo ammas Godina Faafan aanaa Tullii…
Biiznasii Baatiwwan arfan darban galiin Birriin biiliyoonni 162 walitti qabame Sifen Megersa Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Baatiwwan arfan darban galiin Birriin biiliyoonni 162 ol walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksise. Baatiwwan arfan darban keessa Birrii…
Oduu biyya keessaa Mootummaan akkaatuma waliigaltee Piriitooriyaan itti gaafatamummaa isaa ba’achaa jira – Dooktar… Sifen Megersa Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Mootummaan akkaatuma waliigaltee nageenyaa Piriitooriyaan itti gaafatamummaa isaa bifa guutuun ba’achaa jiraachuu Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii…
Idil Addunyaa Dubartii Afrikaa jalqabaa waancaa Addunyaarratti haadha murteessituu ta’uun seenaa hojjette,… Sifen Megersa Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Murteessituu Ruwaandaa Saliimaa Raadiyaa Mukansangaan Waancaa Addunyaa Irratti hirmaachuudhan durbartii jalqabaa Afrikaa ta’uun seenaa galmeessiteerti.…
Ispoortii Ingilaandi 6 – 2 Iraan Sifen Megersa Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Taphni waancaa Addunyaa 22ffaan Istaadiyeemii Idil addunyaa Kaliifaatti Ingilaandii fi Iraan gidduutti taphatame olaantummaa Ingilaandiin xumurameera.…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Finfinnee qorattootaa fi barattootaaf beekamtii kenne Debela Tadesse Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC)-Yuunivarsiitiin Finfinnee qorattoota, barattootaa fi maxxansitoota bu'aa gaarii galmeessaniif beekamtii kenne. Sagantaa beekamtii kennuu…
Oduu biyya keessaa Embaasiin Chaayinaa magaalaa Finfinneef deeggarsa meeshaalee garaagaraa taasise Ayana Dheressa Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015(FBC)- Embaasiin Chaayinaa meeshaalee elektirooniksii fi tajaajilaa garaagaraa hojiimaata magaalichaa cimsan deeggarsa taasisuu ibsame. Deeggarsi embaasichi…
Oduu biyya keessaa Kurmaana jalqabatti gurgurtaan humna elektirkii Birrii biiliyoona 5 olii gaggeeffamuun ibsame Debela Tadesse Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC)-Kurmaana jalqabaa bara 2015’tti gurgurtaa anniisaa elektirikii biyya keessaa fi alaatti gaggeeffameen gurgurtaan Birrii biiliyoona 5.151 gaggeeffamuu Humni…
Oduu biyya keessaa Gamtichi manneen barnoota sababa waraanan miidhaman deebisanii ijaaruuf kan oolu Yuuroo miiliyoona… Sifen Megersa Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa manneen barnoota sababa waraanaan miidhaman deebisanii ijaaruu fi nyaata barattootaaf kan oolu Yuuroo miiliyoona 33 deeggarsa…