Ispoortii Waancaan Addunyaa har’a ni eegala Sifen Megersa Nov 20, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Waancaan Kubbaa Miilaa Addunyaa 22ffaan har'a Kuwaataariitti ni eegala. Sirni baniinsaa Istaadiyeemii namoota kuma 60 qabachuu danda'u Istaadiyeemii…
Ispoortii Abbee Gaashahu Fiigicha guddaa Ityoophiyaa 22ffaa injifate Sifen Megersa Nov 20, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Atleet Abbee Gaashahu fiigicha guddaa Ityoophiyaa 22ffaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffame injifateera. Atleet Abbee Gaashahu yeroo 3ffaaf fiigicha…
Ispoortii Fiigichi guddaan Ityoophiyaa 22ffaan gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Nov 20, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) –Fiigichi guddaan Ityoophiyaa 22ffaan hirmaattoota kuma 40 hirmaachise magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Sirna jalqabsiisa isaarratti…
Oduu biyya keessaa Hariiroo aartii fi aadaa Ityoophiyaa fi Raashiyaa guddisuuf hojjetamuu qaba jedhame Sifen Megersa Nov 19, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2015 (FBC) –Hariiroo damee aartii fi aadaa Ityoophiyaa fi Raashiyaa bara dheeraaf ture caalmaatti guddisuuf hojjetamuu akka qabu Ministirri Aadaa fi Ispoortii Qajeelaa…
Oduu biyya keessaa Jaalala biyyummaa dursuun Ityoophiyaa tajaajiluu qabna – Pireezidaanti Saahilawarqi Sifen Megersa Nov 19, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2015 (FBC) –Jaalala biyyummaa dursuun Ityoophiyaa tajaajiluu qabna jedhan Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen. Pireezidaanti Saahilawarqii fi Pireezidaantiin…
Oduu biyya keessaa Deeggarsi meeshaalee yaala fayyaa ariifachiisaan tooniin 20 Magaalaa Shiree qaqqabuu ibsame Ayana Dheressa Nov 19, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2015(FBC)- Guyyaa har’aa deeggarsi meeshaalee yaala fayyaa ariifachiisaan tooniin 20 naannoo Tigraay Magaalaa Shiree qaqqabuu Koreen Qaxxaamura Diimaa Idil Addunyaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Aggaarootti manneen barnootaa bu’uura boruu 6 eebbifaman Ayana Dheressa Nov 19, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2015(FBC)- Magaalaa Aggaarootti manneen barnootaa bu'uura boruu hirmaannaa Uummataa Birrii miiliyoona 19 oliin ijaaraman 6 eebbifaman. Godina Jimmaatti manneen…
Biiznasii Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 513’tti shallagaman to’ataman Ayana Dheressa Nov 19, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2015(FBC)- Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 513’tti shallagaman to’atamuu ibsame. Komishiniin Gumuruukaa hordoffii Sadaasa 2-8, 2015’tti taasiseen,…
Oduu biyya keessaa Hojii lammii gahumsa qabu horachuu dandeessisu hojjechuun barbaachisaadha- Prof. Birhaanuu Naggaa Ayana Dheressa Nov 19, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2015(FBC)- Hojii lammii gahumsaafi naamuusa qabu horachuu dandeessisu hojjechuun barbaachisaa ta’uu Ministirri Ministeera Barnootaa Proofeesar Birhaanuu Naggaan…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Dhimma Alaa dippiloomatoota olaanoofi giddugaleessaaf leenjii kenna jira Ayana Dheressa Nov 19, 2022 0 Finfinne, sadaasa 10, 2015(FBC)- Ministeerri Dhimma Alaa dippiloomaatotaa olaanoofi gidduu galeessaaf hariiroo alaafi faayidaa biyyalessaarratti leenjii kennaa jira. Leenjichi Giddugala…