Aadde Adaanech Hoji Raawwachiisaa Inistiitiyuutii Qabeenyaalee Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee hoji raawwachiisaa Inistiitiyuutii Qabeenyaalee Addunyaa Anii Dasaaguupataa fi garee jilaa isaanii…