Murtoon uummataa naannoo Kibbaatti gaggeeffame xumuramuun lakkoofsi sagalee eegaleera- Boordii…
Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC) – Murtoon uummataa naannoo Kibbaatti gaggeeffame xumuramuun lakkoofsi sagalee eegaluu Boordiin Filannoo Biyyaalessaa beeksise.
Knniinsi sagalee uummataa…