Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 25 gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Aug 17, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2014 (FBC) – Lammiieen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaa turan kumni 1 fi 25 har’a gara Ityoophiyaatti deebi’aniiru. Lammiilee deebi’an keessaa 880 dhiirota, 129…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Gaanfa Afrikatti Ergamtu Addaa Ingiliiz waliin mari’atan Debela Tadesse Aug 17, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2014 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Minisrtirri Ministeeraa Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniin GaanfaaAfrikaa fi Galaana Diimaatti Ergamtuu Addaa Ingiliiz…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen waraanaa Finfinnee seesifamuuf turan to’ataman Debela Tadesse Aug 17, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2014 (FBC) – Kaleessa galgalaa Magaala Finfinnee galfamuuf kan turan meeshaaleen waraanaa to’atamuu Koomishiniin Gumurukaa beeksise. Meeshaaleen waraanaa kunneen,…
Oduu biyya keessaa Baaleetti manneen barnootaa 83 barattoota simachuuf qophiidha jedhame Debela Tadesse Aug 17, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2014 (FBC) –Godina Baaleetti pirojektiiwwan barnootaa Bu'uura Boruu 80 fi Ifa Boruu sadii Birrii miiliyoona 320 oliin ijaarsise xumuramuun barattootaa simachuuf qophii…
Oduu biyya keessaa Koreewwan Dhaabbii MMF ajandaalee garagaraarratti mari’achaa jiru Ayana Dheressa Aug 17, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 11,2014 (FBC)- Koreewwan Dhaabbi Mana Maree Federeeshinii ajandaalee garaagaraarratti mari’achaa jiraachuu ibsame. Marichaan koreewwan dhaabbii dhimmoota eenyummaa,…
Oduu biyya keessaa Sanadi waliigaltee dhukaasa dhaabuu fi mariiwwan siyaasaa bu’uuressu ragga’e Debela Tadesse Aug 17, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2014 (FBC) – Waliigaltee dhukaasaa dhaabuutti kan qajeelchuu fi mariiwwan siyaasaa kan bu’uuressu sanada waliigaltee raggaasisuu Koreen olaanaan marii nageenyaa ibse.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaafi Sudaan Kibbaa Shororkeessummaa waloon ittisuuf waliigalan Ayana Dheressa Aug 17, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 11,2014 (FBC)- Ityoophiyaafi Sudaan Kibbaa sanada waliigaltee Shororkeessummaa, sochii hidhattootaafi yakkoota qindaa’aa waloon ittisuu isaan dandeessisu waliif…
Idil Addunyaa Chaayinaafi Raashiyaan shaakala loltummaa waloo gaggeessuufi jedhame Ayana Dheressa Aug 17, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 11,2014 (FBC)- Chaayinaafi Raashiyaan Shaakala loltummaa waloo gaggeessuuf ta’uu gabaafameera. Humni Waraana Chaayinaa Shaakala loltummaa tarsiimawaa Voostook 2022…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Jarman Ityoophiyaaf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 7.5 taasise Ayana Dheressa Aug 17, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 11,2014 (FBC)- Mootummaan Jarman Ityoophiyaaf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 7 fi kuma dhibba 5 taasisuu ibsame. Deeggarsichi lammiilee biyyattii kutaalee garaagaraa…
Oduu biyya keessaa Torban dhufuu kaasee zayinni nyaataa liitirri miliyoonaa 4 ol hawaasaaf raabsama jedhame Debela Tadesse Aug 17, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2014 (FBC) – Simannaa bara haaraaf haqinni meeshaalee bu’uuraa akka hinmudannee fi torban dhufu irraa kaasee zayinni nyaataa liitirri miliyoonaa 4 ol hawaasaaf akka…