Lammiileen Ityoophiyaa 996 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Amajjii 26, 2015(FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 996 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame.
Lammiilee kanneen keessaa 887 dhiirota yoo ta’an 9 ammoo guddattoota ta’uu…