Oduu biyya keessaa Naannoon Oromiyaa fi UNDP waliigaltee hojii mallatteessan Debela Tadesse Aug 17, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2014 (FBC) – Mootummaaan Naannoo Oromiyaa fi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Sagantaa Misoomaa Addunyaa ('UNDP') waliin hojjechuudhaaf waliigaltee…
Oduu biyya keessaa Tiraanisfoormeeshinii kenna tajaajila MNO marsaa 2ffaarratti mari’atamaa jira Ayana Dheressa Aug 17, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 11,2014 (FBC)- Tiraanisfoormeeshinii kenna tajaajila Mootummaa Naannoo Oromiyaa marsaa 2ffaarratti Adaamaa galma Abbaa Gadaatti mari’atamaa jira. Waltajjiin marii kun…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan nageenya gaanfa Afrikaaf biyya murteessaa taatedha jedhame Ayana Dheressa Aug 17, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 11,2014 (FBC)- Jarmmanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Muluu Salamoon Ministeera Dhimma Alaa Jarmanitti Jeneraal Daayrektara Dhimmoota Afrikaa, Giddugala Bahaafi Laatiin…
Oduu biyya keessaa Maqaa gaarii biyyaaf muuxannoo argame babal’isuun barbaachisa jedhame Debela Tadesse Aug 17, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2014 (FBC) – Baasii qusachuu fi maqaa gaarii biyyaa gama eegsisuutiin muuxannoowwan gaggaarrii argaman babal’isuun barbaachisaa ta’uun eerame. Dhimma misiyoonota…
Idil Addunyaa Joo Baayidan wixinee jijjiirama qabeenya qilleensaa fi fayyaaf dhiyaate mallateessan Debela Tadesse Aug 17, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan wixinee Doolaara biiliyoona 700 jijjiirama qabeenya qilleensaa fi eegumsa fayyaaf gaafatame hojiirra akka ooluuf…
Oduu biyya keessaa Qabeenya beeyladaarraa bu’aan barbaadame hinargamne-Ministeericha Debela Tadesse Aug 17, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan qabeenya beeyladaa olaanaa qabaattus hamma barbaadamu bu’aa akka hinargamsiisne Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa naannawaa…
Oduu biyya keessaa Kutaa Magaalichaatti piroojektoonni Birrii miiliyoona 400 oliin ijaaraman eebbifaman Ayana Dheressa Aug 17, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 11,2014 (FBC)- Kutaa Magaalaa Booleetti Piroojektoonni Birrii miiliyoona dhibba 4 oliin ijaaraman eebbifaman. Ittaanaan Magaalaa Finfinnee Obbo Jaanxiraar Abbaay…
Idil Addunyaa Kooriyaan Kaabaa Kiruuz Miisaa’elii 2 furguggisuu gabaafame Ayana Dheressa Aug 17, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 11,2014 (FBC)- Kooriyaan Kaabaa Kiruuz Miisaa’elii 2 furguggisuu gabaafame. Biyyattiin Kiruuz Miisaa’elii 2 gara qarqara galaana keellootti furguggisuu tajaajilli oduu…
Oduu biyya keessaa Magaalattiitti boru biqiltuuwwan miiliyoonni 4 ni dhaabamu Debela Tadesse Aug 17, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2014 (FBC) – Guyyaa boruu Magaalaa Finfineetti guyyaa tokkotti biqiltuuwwan miiliyoonni 4 dhaabuuf sagantaan Ashaaraa Magariiaa ni gaggeeffama. Sagantaa ashaaraa…
Oduu biyya keessaa Weerara lafaa ittisuuf kaadaastarri qabatamaa ta’uu qaba jedhame Debela Tadesse Aug 17, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2014 (FBC) – Bu’uuraalee misoomaa guutuu fi weerara lafaa seeraan alaa ittisuuf hoggansi ittigaafatamummaan hojiirraa oolmaan Kaadaasataraa qabatamaa ta'uu akka qabu…