Ispoortii Ityoophiyaa 2 – 0 Ijipti Sifen Megersa Jun 9, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 2 , 2014 (FBC) –Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha Gulaallii Waancaa Afrikaa 2023f gaggeessaa jiruun gita isaa Ijipti goolii 2 fi 0n injifateera.…
Oduu biyya keessaa Hawaasaa fi qaamolee nageenyaa qindeessuun finxaalessummaa ittisuuf ni hojjetama-Dooktar Qana’aa… Ayana Dheressa Jun 9, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Hawaasaa fi qaamolee nageenyaa qindeessuun finxaalessummaa ittisuuf kan hojjetamu ta’uu Hogganaan Biiroo Bulchiinsaa fi Nageenyaa Magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Godinchatti turistoota biyya keessaafi alaa kuma 43 ol irraa galiin Birriin Miliyoonni 67 ol argamu… Ayana Dheressa Jun 9, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Godina Baaleetti baatiwwan 9 darbanitti turistoota biyya keessaafi alaa kuma 43 ol irraa galiin Birriin Miliyoonni 67 ol argamu Waajjirri Aadaa fi…
Oduu biyya keessaa Naannoo Affaaritti Birriin seeraan ala daddabarfamaa ture miiliyoonni 13 ol to’atame Ayana Dheressa Jun 9, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Naannoo Affaar godina godina Awusaatti Birriin seeraan ala daddabarfamaa ture miiliyoonni 13 ol to’atamuu ibsameera. Naannichatti buufata sakattoo…
Teeknooloojii Imaammanni Saayinsii,Teeknooloojii fi Innooveeshinii fooyya’e hojiirra oole Ayana Dheressa Jun 9, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Imaammanni Saayinsii, Teeknooloojii fi Innooveeshinii fooyya’e hojiirra ooluu ibsame. Imaammatichi galmoota ijoo fooyya’iinsa diinagdee biyya…
Oduu biyya keessaa Mariin carraa leenjii ogummaa fi bobbii hojii biyya alaa bal’isuu dandeessisu gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Jun 9, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Muufariyaat Kaamil marii carraa leenjii ogummaa fi bobbii hojii biyya alaa bal’isuu dandeessisu gaggeessaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Soomaaliyaan hariiroo isaanii daran ni Cimsu- MM Abiy Ahimad Ayana Dheressa Jun 9, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Soomaaliyaan hariiroo gamlamee isaanii daran kan Cimsan ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad beeksisan. Muummeen Ministiraa Abiy…
Oduu biyya keessaa Fandiin Misooma Qonnaa Idil Addunyaa hirmaannaa Misooma Ityoophiyaarratti taasisu cimsee akka itti… Ayana Dheressa Jun 9, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Fandiin Misooma Qonnaa Idil Addunyaa hirmaannaa Misooma Ityoophiyaarratti taasisu cimsee akka itti fufu Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Samariitaa…
Fayyaa Naannoo Harariitti Talaalliin Vaayrasii Koroonaa Marsaa 3ffaan Kennamuu eegale Ayana Dheressa Jun 9, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Naannoo Harariitti Talaalliin Vaayrasii Koroonaa Marsaa 3ffaan Kennamuu eegaleera. Naannichatti talaalliin vaayrasii Koroonaa marsaa 3ffaa namoota…
Idil Addunyaa Waraanni Raashiyaa fi Yuukreen hanqina nyaataa fi beela qaqqabsiisuu akka danda’u DhMG akeekkachiise Ayana Dheressa Jun 9, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Waraanni Raashiyaa fi Yuukreen hanqina nyaataa fi beela qaqqabsiisuu akka danda’u Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo…