Oduu biyya keessaa Jilli Tajaajila Nageenya Biyyaalessaa Keeniyaa BOBI daawwate Sifen Megersa Nov 14, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2015 (FBC) – Jilli Daayrektara Tajaajila Odeeffannoo Biyyaalessaa Keeniyaa Dooktar Saayifuu Saaliim Sulayimaaniin durfamu Bulchiinsa Odeeffannoo Biyyaalessaa…
Oduu biyya keessaa Tajaajila si’ataa, qulqulluufi haqa qabeessa argachuun mirga lammiileeti – BKMNO Sifen Megersa Nov 14, 2022 0 Finfinnee, Sadaas 5, 2015 (FBC) – Biiroon Kominikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa haala yeroo ilaalchisee ibsa laateera. Tajaajila si'ataa, qulqulluufi haqa qabeessa argachuun mirga…
Idil Addunyaa Xiyyaaronni waraana Addunyaa 2ffaarratti hirmaatanii turan walitti bu’anii kufuu gabaafame Ayana Dheressa Nov 14, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2015(FBC)- Xiyyaaronni boombii darbatan waraana Addunyaa 2ffaarratti hirmaatanii turan lama walitti bu’anii kufuu gabaafame. Xiyyaaronni kunneen walitti kan bu’an…
Oduu biyya keessaa Koomishinii Olaanaan Godaantotaa DhMG deeggarsa Gambeellaatti taasisu cimsee akka itti fufu beeksise Debela Tadesse Nov 14, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2015 (FBC) – Koomishiniin Olaanaan Godaantotaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii deeggarsa Naannoo Gambeellaatti taasisu cimsee akka itti fufu Daayrektarri Dhiyeessii…
Oduu biyya keessaa Naannoo Kibbaatti piroojektoonni Birrii miiliyoona 679’n ijaaraman eebbisiifaman Ayana Dheressa Nov 14, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2015(FBC)- Naannoo Uummattoota Kibbaatti piroojektoonni baasii Birrii miiliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 79’n ijaaraman eebbisiifamuu Biiroon Leenjii Barnoota …
Oduu biyya keessaa Fooramiin walitti hidhamiinsa Diinagdee Ityoophiyaa fi Jibuutii cimsuurratti xiyyeeffate… Sifen Megersa Nov 13, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2015 (FBC) – Fooramiin Diinagdee walitti hidhamiinsaa Biiznasii fi Biiznasii, mootummaa fi Biiznasii, Ityoophiyaa fi Jibuutii cimsuurratti xiyyeeffate hundaa'eera.…
Oduu biyya keessaa Jilli FDRI hojiirra oolmaa karoora waliigaltee Piritooriyaa irratti Naayiroobiitti mari’achaa ture… Ayana Dheressa Nov 13, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2015(FBC)- Jilli FDRI hojiirra oolmaa karoora waliigaltee Afrikaa Kibbaa Piritooriyaatti mallatteeffame irratti guyyoottaniif Keeniyaa Naayiroobiitti mari’achaa ture…
Oduu biyya keessaa Hojii deebisanii ijaaruuf naannichi deeggarsa barbaachisaa ni taasisa- Obbo Ordiin Badrii Ayana Dheressa Nov 13, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2015(FBC)- Sababa Walitti bu’iinsa kaaba biyyattiin kutaalee hawaasaa miidhaman deebisanii dhaabuuf naannoon Hararii deeggarsa barbaachisaa kan taasisu ta’uu…
Oduu biyya keessaa Deeggarsa namoomaafi bu’uuraalee misoomaa deebisanii ijaaruuf deeggarsi Birrii miiliyoona 21… Ayana Dheressa Nov 13, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2015(FBC)- Miseensonni diyaaspooraa Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaa jiraatan walitti bu’iinsa kaaba biyyattiitti uumamee ture hordofee lammiilee miidhamaniif deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Hariiroon Ityoophiyaafi Chaayinaa qajeeltoo bilisummaa imaammataa kan kabajedha- Ambaasaaddar… Ayana Dheressa Nov 13, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2015(FBC)- Hariiroon tarsiimawaa Ityoophiyaan Chaayinaa waliin qabdu qajeeltoo bilisummaa imaammataa kabajerratti kan hundaa’e ta’uu Chaayinaatti Ambaasaaddarri…