Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Asoosaa barattoota 1132 eebbisiisaa jira Ayana Dheressa Aug 13, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 7,2014 (FBC)- Yuunivarsiitiin Asoosaa barattoota muummee barnootaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1fi 132 eebbisiisaa jira. Yuunivarsiitichi barattoota digirii…
Biiznasii Dhiyeessii fi Raabsa shaqaxaalee bu’uuraa fooyyeessuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa Aug 12, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2014 (FBC) – Ayyaanoota bara haaraaf dhiyeessii fi raabsa shaqaxaalee bu'uuraa fooyyeessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti…
Ispoortii Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii galgala kana Finfinnee ni gala Sifen Megersa Aug 12, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2014 (FBC) – Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii injifannoon golobe galgala kana Finfinnee ni gala…
Oduu biyya keessaa Tarbaayinii 2ffaan anniisaa maddisiisuu eegaluun hidhicha gara boqonnaa haaraatti ceesisa-Taaboor… Debela Tadesse Aug 12, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2014 (FBC) – Tarbaayinii 2ffaan Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaa anniisaa maddisiisuu eegaluun hidhicha gara boqonnaa haaraatti kan ceesisuudha jechuun Gargaaraa…
Oduu biyya keessaa Humni qilleensichaa fooyya’iinsa Ityoophiyaa madaalu taasise- Paartilee Siyaasaa Ayana Dheressa Aug 12, 2022 0 Finfinnee Hagayya 6, 2014(FBC)- Humni Qilleensaa Ityoophiyaa fooyya’iinsa Ityoophiyaa madaalu taasisuu hoggantoonni Paartilee Siyaasaa dorgomtootaa ibsaniiru. Hoggantoonni paartilee…
Idil Addunyaa Awurooppaatti hongeen Waggoota 500 keessatti mul’ate hin beekne mudachuu ibsame Sifen Megersa Aug 12, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2014 (FBC) – Awurooppaatti hongeen hammaachuun lageen goguun lubbuu qabeeyyiirraa miidhaan qaqqabaa jiraachuu ibsameera. Lageen kana duran mana…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoo Qindeessaa Dhimmoota Namoomaa Afrikaa Bahaa waliin mari’atan Debela Tadesse Aug 12, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2014 (FBC) – Deetaan Ministiraa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoo Dhaabbataa Mootummoota Gamtoomanitti Qindeessaa Dhimmoota Namoomaa Afrikaa Bahaa…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1fi 66 gara biyyaa deebi’an Ayana Dheressa Aug 12, 2022 0 Finfinnee Hagayya 6, 2014(FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1fi 66 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame. Guyyaa har'aa lammiileen Ityoophiyaa Saa'ud Arabiyaatti haala rakkisaa…
Oduu biyya keessaa Injifannoon Adwaa gaarreen Guubaatti irra deebi’ame- Aadde Adaanach Abeebee Ayana Dheressa Aug 12, 2022 0 Finfinnee Hagayya 6, 2014(FBC)- Injifannoo Abbootiin keenya Adwaarratti galmeessisan gaarreen Guubaatti irra deebi'ame jedhan kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen. Aadde…
Oduu biyya keessaa Namoonni Konkolaachisaa ajjeesan adabbii cimaa umrii guutuun adabaman Ayana Dheressa Aug 12, 2022 0 Finfinnee Hagayya 6, 2014(FBC)- Magaalaa Finfinneetti namoonni konkolaachisaa taaksii Raayid haala suukaneessaan ajjeessan adabbii cimaa umrii guutuun adabamaniiru. Himatamaa1ffaan…