Hojiimaanni shaqaxaalee bu’uuraa eeyyama sharafa alaa malee gara biyyaa galchisiisu diriiruu ibsame
Finfinnee, Eebila 4, 2014 (FBC) – Ityoophiyaanotaa fi dhalattoota Ityoophiyaa shaqaxaalee bu’uura eeyyama sharafa alaa malee gara biyyaa galchaniif tajaajila saffisaa kennuu kan dandeessisu…