Magaalaa Sulultaa fi aanaa Dugdaatti guyyaan Yaadannoo Haleellaa Raayyaa Ittisaarratti raawwatame…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Sulultaa fi Godina Shawaa Bahaa Aanaa Dugdaatti guyyaan yaadannoo Haleellaa Raayyaa Ittisaarratti raawwatame kabajameera.…