Ragaaleen sobaa baayyachuun kenniinsa tajaajilaarratti qormaata ta’uu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 28, 2014 (FBC) – Waraqaa Eenyummaa, waraqaa raga cidhaa fi kaartaa qabiyyee lafaan walqabatee ragaaleen sobaa baayyachuun kenniinsa tajaajilaarratti qormaata ta’uu…