Oduu biyya keessaa Wiirtuun Yaala Sammuu Birrii miiliyoona 4.2 ijaarame ebbifame Wabi Fufa Feb 28, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC) - Wiirtuun Yaala Sammuu Birrii miiliyoona 4.2 ijaarame ebbifame. Moora Hoospitaala Speeshaalaayizdii Sammuu Qidduus Amaanu’eel…
Fayyaa Jimmaatti namoota rakkoo dhageettii fi dhibee ijaa qabaniif tajaajilli yaala bilisaa kennamuufi Obse Wakgari Feb 28, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC) –Yuunvarsiitin Jimmaa Staarkeey Hiiriing Faawundeeshin, Proojaktii Kaataraaktii fi Tajaajila Viizhin Keer Ityoophiyaa waliin tajaajila yaala bilisaa…
Ispoortii Ramaddiin mo’anii darbuu xumuraa marsaa 2ffaa liigii Awrooppaa ifoome Sifen Megersa Feb 28, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC)- Ramaddiin mo'anii darbuu xumuraa marsaa 2ffaa liigii Awrooppaa ifoome Tapha ramaddichaan gaggeeffamuun gareewwan 16 ni hirmaatu.. Haaluma…
Waajabila Faanaa Qarattoonni hawaa keessatti dhoo’insi olaanaan mudachuu ibsan Obse Wakgari Feb 28, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC) – Qorattoonni hawaa dhoo’insi olaanaan hawaa keessatti mudachuu beeksisan. Qorattoonni dhoo’insicha adda baasan akka beeksisanitti, taatichi…
Oduu biyya keessaa Qonna Ityoophiyaa meekaanaayizdii gochuuf waliigalteen mallattaa’e Wabi Fufa Feb 28, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC) - Ministeerri Qonnaa FDRI, Eejansiin Tiraanisfoormeeshinii Ityoophiyaa fi Iityoo Liiz qonna Ityoophiyaa meekaanaayizdii gochuuf waliigaltee…
Ispoortii Taphoonni Priimiyar Liigii Ityoophiyaa marsaa 2ffaan Gurraandhala 28 eegalu Sifen Megersa Feb 28, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa taphoonni Priimiyar Liigii Ityoophiyaa marsaa 2ffaan Gurraandhala 28, 2012 kan eegalu ta’uu beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan hariiroo Gamtaa Awrooppaa waliin qabdu kan cimsitu ta’uun ibsame Wabi Fufa Feb 28, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Nageenyaa FDRI aadde Mufariyaat Kaamiil Gamtaa Awrooppaatti Koomiishinara Dhimmoota Keessaa Yilvaa Johaansan waliin…
Oduu biyya keessaa Weerarri hoomaa awwaannisaa godinaalee Oromiyaa tokko tokko keessatti bifa haaradhaan muul’achaa… Sifen Megersa Feb 28, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC) - Weerarri hoomaa awwaannisaa godinaalee Oromiyaa tokko tokko keessatti bifa haaradhaan torbee kana keessa muul’achuun ibsame. Weerarri hoomaa…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin “Adwaan mallattoo eenyummaa fi tokkummaa keenyati.” jedhu gaggeeffamaa jira Wabi Fufa Feb 28, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC)- Waltajjiin "Adwaan mallattoo eenyummaa fi tokkummaa keenyati." jedhu gaggeeffamaa jira. Waltajjii marichaa kan qopheesse Eejansii Galmeessaa fi…
Teeknooloojii Balaa tiraafikaa sababa ariitiin qaqqabu hir’isuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa Feb 28, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC) – Balaa Tiraafikaa sababa ariitii seeraan alaa konkolaattootaan ga’u hir’isuuf hojjechaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Geejjiba Federaalaa beeksise.…