Ispoortii Taphni Gulaallii Waancaa Afrikaa dheerate Ayana Dheressa Aug 1, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) –Guyyaan Taphoonni Gulaallii Waancaa Afrikaa itti gaggeeffamu dheerachuu Konfedereeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa beeksiise. Haaluma kanaan taphoonni…
Oduu biyya keessaa Manneen Maree Godinaalee Ollaa Naannoo Kibbaa garaagaraa naannoo ta’anii gurmaa’uuf … Ayana Dheressa Aug 1, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) – Manneen Maree Godinaalee Ollaa Naannoo Kibbaa garaagaraa naannoo ta'anii gurmaa'uuf murtoo dabarsaniiru. Manni Maree Godina Goofaa Yaa'ii idilee…
Oduu biyya keessaa Buufanni Teeleeviizyiinii Naannoo Beenishaanguul Gumuz tamsaasa yaalii eegale Ayana Dheressa Aug 1, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) –Buufanni Teeleeviizyiinii Naannoo Beenishaanguul Gumuz eebbifamuun ifatti tamsaasa yaalii eegaleera. Pireezidaantiin naannoo Beenishaanguul…
Oduu biyya keessaa Manneen Amantaa Kiristiyaanaa Wangeelaawwii Makaana Iyyasuus sagantaa galateeffannaa gaggeessan Ayana Dheressa Aug 1, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) – Hordoftoonni Manneen Amantaa Kiristiyaanaa Wangeelaawwii Makaana Iyyasuus Kiilloo 5 sagantaa galateeffannaa gaggeessaniiru. Qormaatilee Amantaalee,…
Biiznasii Baankiin Siinqee bara bajataa 2014’tti Birrii miiliyoona 555 ol bu’aa arachuu beeksiise Sifen Megersa Jul 31, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) – Baankiin Siinqee raawwii hojii bara 2014 fi karoora bara 2015 irratti magaalaa Adaamaatti qooda fudhattoota waliin mari'achaa jira. Baankiin Siinqee…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Shimallisiin durfamu naannoo Beenishaanguul Gumuzitti Biqiltuu dhaabe Sifen Megersa Jul 31, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) –Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu sagantaa Ashaaraa magariisa marsaa 4ffaan naannoo Beenishaanguul…
Oduu biyya keessaa Godina Giddu Gala Goondaritti namicha daa’immaan 6 haala sukaneessaan ajjeeserratti… Sifen Megersa Jul 31, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) – Godina Giddu Gala Goondar Aanaa Xagadeetti namicha daa'immaan 6 haala sukaneessaan ajjeeserratti tarkaanfiin fudhatamuu Waajjirri Buulchiinsaaf…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Dabra Taaboritti Piroojektoonni 40 Birrii miiliyoona 131ijaarramaan eebbifaman Sifen Megersa Jul 31, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) – Magaalaa Dabra Taaboritti Piroojektoonni 40 Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 31ijaarramaan bakka Pireezidaantiin naannoo Amaaraa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Manneen Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoks Tawaahidootti sagantaan galateeffannaa ‘Ityoophiyaan… Sifen Megersa Jul 31, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) – Manneen Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoks Tawaahidootti sagantaan galateeffannaa 'Ityoophiyaan haa galateeffattuu' gaggeeffameera. Sagantaan kun Mana…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Asoosaa gale Sifen Megersa Jul 31, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) – Jilli Pireezidaantii naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Asoosaa galeera. Jilichi wayita Buufata xiyyaaraa Hiddaasee ga'u…