Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Abudaabii jiru Debela Tadesse Jan 16, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2015 (FBC)- Jilli Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu Abudaabiitti waltajjii “Torbee Misooma Waaraa Abudhaabii 2023” 15ffaarratti hirmaachaa jiru.…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Naannoo Hararii fi Magaalaa Dirree Dhawaa haala yeroorratti mari’achaa jiru Debela Tadesse Jan 16, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2015 (FBC)- Hoggantoonni olaanoo fi giddugaleessaa Naannoo Hararii fi Magaalaa Dirree Dhawaa haalaa yeroo siyaasaa, nageenya biyyaa fi naannoorratti mari’achaa jiru.…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Abdullahakiim Muluun durfamu aanaa Tokkee Kuttaayeetti Kilaastera Oomisha Qamadii… Sifen Megersa Jan 16, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2015 (FBC) – Jilli sadarkaa itti aanaa pireezidaantiitti hogganaa kilaastera hawaasummaa naannoo Oromiyaa Obbo Abdullahakiim Muluun durfamu Godina Shawaa Lixaa Aanaa…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Suleeyimaan Daddafoon hojii raawwachiisaa olaanaa Ityoo – Injinariing Giruuppi ta’uun… Sifen Megersa Jan 16, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2015 (FBC) – Murtee Boordiin Hoggansa Ityoo – Injinariing Giruuppi dabarseen hojii raawwachiisaa olaanaa dabalatee Itti aantoonni lama muudamaniiru. Haaluma kanaan…
Fayyaa Rakkoolee kenniinsa tajaajila Inshuraansii fayyaa hawaasaa furuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira-… Ayana Dheressa Jan 16, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2015(FBC)- Rakkoolee kenniinsa tajaajila Inshuraansii fayyaa hawaasaa irratti mul’atan furuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministir Deetaan Ministeera Fayyaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Cuuphaa walqabatee sochiin doqdoqqee dhorkame Debela Tadesse Jan 16, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2015 (FBC)-Magaalaa Finfinneetti Ayyaana Cuuphaa Roobii fi Kamisaa dhufu kabajamu sababeeffachuun sochiin doqdoqqee dhorkaa ta’uu Eejensiin Bulchiinsa Tiraafikaa…
Oduu biyya keessaa Boruu keenya har’a haa ijaarru – Pireezidaanti Shimallis Sifen Megersa Jan 15, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) - Boruu keenya har’a haa ijaarru jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan. Pireezidaanti Shimallis,biyyi walharkaa…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Kaasaahuun Gofeen durfamu Ministira Daldalaafi Turizimii Jibuutii waliin mari’ate Ayana Dheressa Jan 15, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) – Jilli Ministir Deetaa Ministeera Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Obbo Kaasaahuun Gofeen durfamu Ministira Ministeera Daldalaafi Turizimii…
Ispoortii Fiigicha walakkaa maaraatoonii Hiiwustaniin Atileetonni Ityoophiyaa injifatan Ayana Dheressa Jan 15, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) – Fiigicha walakkaa maaraatoonii Ameerikaa Hiiwustanitti gaggeeffameen Atileetonni Ityoophiyaa injifatan. Fiigicha walakkaa maaraatoonii dhiirotaan …
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddaroonni Gamoo Faasil daawwatan Ayana Dheressa Jan 15, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) – Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraarratti Ityoophiyaa bakka bu’an magaalaa Goondaritti Gamoo Faasil daawwatan. Ambaasaaddaroonni kunneen biyyoota…