Obbo Dammaqaa Makonnin deeggarsi lammiilee balaawwan uumamaa fi namtolcheen miidhamaniif taasifamu…
Finfinnee, Bitootessa 27, 2014 (FBC) – Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin deeggarsi namoomaa lammiilee balaawwan uumamaa fi namtolcheen…