Siwiidiin Ityoophiyaatti ijaarsa nageenyaa dubartootaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 2 taasifte
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2015(FBC)- Siwiidiin Ityoophiyaatti ijaarsa nageenyaa dubartootaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 2 taasisuu ibsame.
Deeggarsichi ijaarsa nageenya waaraa…