Magaalaa Gudaritti pirojektiin bishaan dhugaatii birrii Miiliyoona 300’n ijaaramuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 16, 2017(FMC) – Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Lixaa Magaalaa Gudaritti ijaarsi Pirojektii bishaan dhugaatii baajata Birrii miiliyoona 300’n eegalamuun himame.…