Ispoortii PSGfi Atileetikoo Maadriid tapha walakkaa xumuraaf darban Sifen Megersa Apr 15, 2026 0 Finfinnee, Ebla 6, 2018(FMC) – Tapha deebii nuusa xumuraa shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa halkan kana taphatameen PSGfi Atileetikoo Maadriid tapha walakkaa xumuraaf darbaniiru. PSG'n…
Oduu biyya keessaa Yonatan Birhanu Apr 14, 2026 0 Finfinnee, Ebla 6, 2018 (FMC) - Sababa tasgabbii dhabuutiin rakkoolee cancala sonaa uumaman ittisuuf mootummaan filannoowwan daldalaa hedduu akka fayyadame Ministirri Muummee Dooktar Abiy…
Teeknooloojii Indaastiriin bara ammaa aaraa fi sibiila qofa osoo hin taane Hubannoo namtolcheetis– Dooktar Abiy… Sifen Megersa Apr 14, 2026 0 Finfinnee, Ebla 6, 2018(FMC) – Indaastiriin bara ammaa aaraa fi sibiila qofa osoo hin taane Hubannoo namtolchees ta'uu ibsan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Indaastiriin oomishaa onnee guddina diinagdeeti – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Apr 14, 2026 0 Finfinnee, Ebla 6, 2018(FMC) – Indaastiriin Oomishaa onnee guddina diinagdeeti jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad haala…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Laayibeeriyaa Jooseef Niyuumaa Boo’akaay Masaraa… Sifen Megersa Apr 14, 2026 0 Finfinnee, Ebla 6, 2018(FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Finfinneetti kan argaman Pireezidaantii Rippaablika Laayibeeriyaa Jooseef Niyuumaa Boo'akaay…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Alaa Poorchugaal waliin mari’atan Tsehay Guluma Apr 14, 2026 0 Finfinnee, Ebla 6, 2018 (FMC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Alaa Poorchugaal Paawuloo Raangaal waliin mari’ataniiru. Marii isaaniin, Dooktar…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Poorchugaal Paawuloo Raangaal waliin mari’atan Ayana Dheressa Apr 14, 2026 0 Finfinnee, Ebla 6, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Poorchugaal Paawuloo Raangaal waliin mari’ataniiru. Ministirri Muummee Dooktar Abiy…
Idil Addunyaa Israa’eelii fi Libaanos marii dippiloomaasi fuulaa fuulaa eegaluufi Sifen Megersa Apr 14, 2026 0 Finfinnee, Ebla 6, 2018(FMC) – Israa’eelii fi Libaanos waggoota 30’n booda yeroo jalqabaaf marii fuulaa fuulaa Waashingitan DCtti eegaluuf ta’uu gabaafame. Mariin dippiloomaasii kun…
Teeknooloojii Itiyoophiyaan muuxannoo hubannoo namtolchee irratti qabdu qooduuf qophiidha- Dooktar Injinar Warquu… Ayana Dheressa Apr 14, 2026 0 Finfinnee, Ebla 6, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan muuxannoo hubannoo namtolchee irratti qabdu biyyoota Afrikaaf qooduuf qophiidha jedhan Daayrektarri Olaanaan Inistiitiyuutii Hubannoo Namtolchee…
Ispoortii Adaamaa 0 – 1 Itiyoo Elektiriikii Sifen Megersa Apr 14, 2026 0 Finfinnee, Eebla 6, 2018(FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 27ffaan har’a taphatameen Itiyoo Elektiriik Adaamaa injifate. Tapha hara’a waaree booda sa’aatii…