Nageenya daangaarraa itti fufsiisuuf naannawicha daldalaanfi tuurizimiin walitti hidhuun…
Finfinnee, Mudde 15, 2015 (FBC) – Nageenya daangaa biyyoota ollaa itti fufsiisuuf naannawicha daldalaanfi tuurizimiin walitti hidhuun barbaachisaa ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI duraanii…