Barattoonni kutaa 12ffaa qormaata saayinsii hawaasaa fudhatan gara naannoo isaanitti deebi’aa jiru…
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2015 (FBC) – Marsaa jalqabaaf barattoonni kutaa 12ffaa qormaata saayinsii hawaasaa fudhatan gara naannoo isaanitti deebi’aa jiraachuu Ministeerri Barnootaa…