Dooktar Biqilaa Hurrisaan Walitti qabaa Boordii Tajaajila Oduu Ityoophiyaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Mudde 13, 2015 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 7ffaa bara hojii 2ffaa gaggeesseen muudama miseensoota Boordii Tajaajila Oduu Ityoophiyaa raggaasise.…