Oduu biyya keessaa Oromiyaatti duulli kunuunsa Ashaaraa Magariisa eegalame Sifen Megersa Dec 20, 2022 0 Finfinnee, Mudde 11, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti duulli kunuunsa Ashaaraa Magarsiisa eegalameera. Sagantaa Ashaaraa Magariisaa gaggeeffamaa tureen akka biyyaatti biqiltuuwwan…
Biiznasii Baankileen garaagaraa naannoo Tigraayitti tajaajila laachuu eegalan Sifen Megersa Dec 20, 2022 0 Finfinnee, Mudde 11, 2015 (FBC) – Baankileen garaagaraa naannoo Tigraayitti tajaajila laachuu eegaluu isaanii ibsame. Baankiin Intarnaashinaalii Anbassaa naannoo Tigraay iddoolee tokko…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Raayyaa Ittisaa dirqamarra jiran kutaalee hawaasaaf oomisha walitti qaban Sifen Megersa Dec 20, 2022 0 Finfinnee, Mudde 11, 2015 (FBC) – Miseensonni Raayyaa Ittisaa kutaan waraanaa 22ffaan naannawaa dirqamarra jiranitti kutaalee hawaasaaf oomisha walitti qaban. Duudhaa dhaabbatichaa…
Biiznasii Buufatichi guyyaatti konkolaattota fe’umsaa 150 ol keessummeessaa jira jedhame Ayana Dheressa Dec 20, 2022 0 Finfinnee, Mudde 11, 2015(FBC)- Buufanni gogaa Naannawaa Daldala Bilisaa Dirree Dawaa guyyaatti konkolaattota fe’umsaa 150 ol keessummeessaa jiraachuu Tajaajilli Geejjiba Galaanarraafi…
Oduu biyya keessaa Koorporeeshinichi teeknooloojii ammayyaan manneen daldalaa fi jireenyaa ijaaruuf Debela Tadesse Dec 19, 2022 0 Finfinnee, Mudde 10, 2015 (FBC)- Koorporeeshiniin Manneenii Federaalaa saayitiiwwan ijaarsaa lamatti teeknooloojiiwwan ammayyaa fayyadamuun manneen jireenyaa fi daldalaa ijaaruuf Dhaabbata…
Oduu biyya keessaa Jilli Ministira Raayyaa Ittisaan durfamu hojiilee Ramaddii Humna Qilleensaa 3ffaa daawwate Debela Tadesse Dec 19, 2022 0 Finfinnee, Mudde 10, 2015 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Raayyaa Ittisaa Dooktar Abrahaam Balaayiin durfamuu hojiilee Ramaddii Humna Qilleensaa 3ffaa daawwateera. Daawwanicharratti…
Oduu biyya keessaa Miseensonni gareen hidhattoota Qimaanti 300 nagaan harka kennatan Debela Tadesse Dec 19, 2022 0 Finfinnee, Mudde 10, 2015 (FBC)- Hawaasarraa fottoqanii bosona kan turan miseenonni garee hidhattoota Qimaanti 300 nagaan mootummaatti harka kennatan. Hidhattoonni kunneen tattaaffii…
Ispoortii Kaariim Benzeemaan garee biyyaalessaa keessaa of baase Debela Tadesse Dec 19, 2022 0 Finfinnee, Mudde 10, 2015 (FBC)- Taphataan sarara fuulduraa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Faransaay Kaariim Benzeemaan garecha keessaa of baasuu beeksise. Mo’ataan badhaasaa Balloon Di…
Oduu biyya keessaa Injiinar Habtaamuu Ittafaa Daayrektara Dhaabbata Biyyoota Miseensota Misoomaa fi Tajaajila… Debela Tadesse Dec 19, 2022 0 Finfinnee, Mudde 10, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeera Bishaanii fi Injiinar Habtaamuu Ittafaa Daayrektara Dhaabbata Biyyoota Miseensota Misoomaa fi Tajaajila Meetirooloojii Idil Addunyaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanonni kuma 1 fi 162 gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Dec 19, 2022 0 Finfinnee, Mudde 10, 2015(FBC)-Ityoophiyaanonni kuma 1 fi 162 Saa’ud Arabiyaatti rakkoolee garaagaraa keessa turan gara biyyaatti deebi’aniiru. Guyyaa har’aa marsaa sadiin hojii lammiilee…