Oduu biyya keessaa Naannoon Gaambeellaa Koree Farra Malaanmaltummaa hundesse Debela Tadesse Dec 2, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2015 (FBC )- Naannoon Gambellaa koree farra malaanmaltummaa hundesseera. Naannichatti yakka malaanmaaltummaa ittisuu fi hirmaattota gochichaa itti gaafatamoo…
Idil Addunyaa Walitti bu’iinsi biyyoota Niwukilara hidhatan gidduutti uumamu badiisa idil addunyaatti geessa-… Ayana Dheressa Dec 2, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2015(FBC)- Walitti bu’iinsi biyyoota Niwukilara hidhatan gidduutti uumamu badiisa idil addunyaatti kan geessu ta’uu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Raashiyaa Sargee…
Oduu biyya keessaa Anga’oonni gochaa malaammaltummaan shakkaman to’atamuu ibsame Ayana Dheressa Dec 2, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2015(FBC)- Daayrektara olaanaa Tajaajila Nageenya Faayinaansii obbo Teewoodiroos Baqqalaa dabalatee anga’oonni gochaa malaammaltummaan shakkaman to’atamuu Koreen Farra…
Oduu biyya keessaa ‘UNDP’n hojiilee misoomaa Ityoophiyaatti gaggeeffamaaniif deeggarsaa taasisuu cimsee akka itti fufu… Debela Tadesse Dec 2, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2015 (FBC) – Sagantaan Misoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UNDP) hojiilee misoomaa gama maraan Ityoophiyaan gaggeessituuf deeggarsa taasisu cimsee kan itti…
Oduu biyya keessaa Naannoon Oromiyaa rakkoolee turan qolachuun Hidha Haaromsaaf deeggarsa taasisaa jira-Obbo Awwaluu… Debela Tadesse Dec 2, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaa rakkoolee gama siyaasa fi hawaasummaan mudataa turan qolachuun Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaaf deeggarsa taasisaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Finfinnee kutaa magaalichaatti pirojektoonni Birrii miiliyoona 300 olii eegalchifaman Debela Tadesse Dec 2, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2015 (FBC) –Finfinnee Kutaa mGalaa Booleetti guyyootaa 90 keessatti pirojektoonni misoomaa garaagaraa hawaasa giddugaleeffatan Birrii miiliyoona 300 oliin hojjetaman…
Oduu biyya keessaa Riifoormiin diinagdee biyya keessaa 2ffaan qophiirra ta’uu ibsame Ayana Dheressa Dec 2, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2015(FBC)- Riifoormiin fooyyessa diinagdee biyya keessaa 2ffaan qophiirra jiraachuu ibsame. Wayita hojiirra oolmaa riifoormii fooyyessa diinagdee biyya keessaa isa…
Ispoortii Tapha Waancaa Addunyaa har’aan biyyoonni Afrikaa 2 ni taphatu Ayana Dheressa Dec 2, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2015(FBC)- Tapha Waancaa Addunyaa mo’atanii darbuu guyyaa har’aa taphatamuun biyyoota Afrikaa 2 dabalatee taphoonni afur ni gaggeeffamu. Ramaddii 7ffaan tapha…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad guyyaa biyyaalessaa Imereetota Araba Gamtoomanii ilaalchisuun ergaa baga geessanii… Ayana Dheressa Dec 2, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad guyyaa biyyaalessaa Imereetota Araba Gamtoomanii ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Muummeen Ministiraa…
Ispoortii Jaappaan tapha moo’atanii darbuu Waancaa addunyaaf dabarte Sifen Megersa Dec 2, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2015 (FBC) – Jaappaanii fi Ispeen tapha moo'atanii darbuu Waancaa addunyaaf darban. Jarman goolii 4 fi 2n Koostaarikaa injifattus Waancaa Addunyaa 22ffaa ala taate.…